Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) Abbootii Seeraa Mana Murtii Naannoo Amaaraatiif mirga haqaa argachuu dubartoota, daa'immanii fi qaama miidhamtootaa mirkaneessuu irratti gahee maneen murtii ilaalchisee leenjii kenneera. Leenjiin kun kan kenname xumura guyyaa 3ffaa yaa’ii waggaa kan abbootii mana murtii naannichaa magaalaa Baahir Daaritti gaggaffamaa jiru irratti. Leenjicha kana irratti ogeeyyiin KMNI gahee manneen murtii mirga h…
This story is only covered by news sources that have yet to be evaluated by the independent media monitoring agencies we use to assess the quality and reliability of news outlets on our platform. Learn more here.